Ar-Rum · 9/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
أَوَلَمْ يَسِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَيَنظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ كَانُوا أَشَدَّ مِنْهُمْ قُوَّةً وَأَثَارُوا الْأَرْضَ وَعَمَرُوهَا أَكْثَرَ مِمَّا عَمَرُوهَا وَجَاءَتْهُمْ رُسُلُهُم بِالْبَيِّنَاتِ ۖ فَمَا كَانَ اللَّهُ لِيَظْلِمَهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ ۝٩
Awalm yaseeroo fil ardi fa-yanzuroo kaifa kaana `aaqibatul lazeena min qablihim; kaanooo ashadda minhhum quwwatanw wa asaarul arda wa `amaroohaaa aksara mimmaa `amaroohaa wa jaaa`athum Rusuluhum bil baiyinaati famaa kaanal laahu liyazli mahum wa laakin kaanooo anfusahum yazlimoon
📖 Afaan Oromoon
Sila dachii keessa deemanii booddeen warra isaaniin duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Humnaan isaan irra cimoo turanDachiis qotanii waan isaan (warri Makkaa) misoomsan irra hedduu misoomsaniiruErgamtoonni isaaniis ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhufanDhugumatti, Rabbiin kan isaan miidhu hin taaneGaruu isaan lubbuu isaanii kan miidhan ta’an

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Ar-Rum

7يَعْلَمُونَ ظَاهِرًا مِّنَ الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَهُمْ عَنِ الْآخِرَةِ هُمْ غَافِلُونَ
Isaan jireenya addunyaa irraa gubbuma beekuIsaan Aakhiraa irraa immoo daguu keessa jiru
8أَوَلَمْ يَتَفَكَّرُوا فِي أَنفُسِهِم ۗ مَّا خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَأَجَلٍ مُّسَمًّى ۗ وَإِنَّ كَثِيرًا مِّنَ النَّاسِ بِلِقَاءِ رَبِّهِمْ لَكَافِرُونَ
Sila lubbuma isaanii keessatti Rabbiin samiifi dachii, akkasumas wantoota isaan lamaan gidduu jiranu, haqaafi beellama beekamaadhaan malee hin uumne jechuu gadi fageenyaan hin xiinxallee? Dhugumatti, irra hedduun namootaa qunnamtii Gooftaa isaaniitti kafaroodha
9أَوَلَمْ يَسِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَيَنظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ كَانُوا أَشَدَّ مِنْهُمْ قُوَّةً وَأَثَارُوا الْأَرْضَ وَعَمَرُوهَا أَكْثَرَ مِمَّا عَمَرُوهَا وَجَاءَتْهُمْ رُسُلُهُم بِالْبَيِّنَاتِ ۖ فَمَا كَانَ اللَّهُ لِيَظْلِمَهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Sila dachii keessa deemanii booddeen warra isaaniin duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Humnaan isaan irra cimoo turanDachiis qotanii waan isaan (warri Makkaa) misoomsan irra hedduu misoomsaniiruErgamtoonni isaaniis ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhufanDhugumatti, Rabbiin kan isaan miidhu hin taaneGaruu isaan lubbuu isaanii kan miidhan ta’an
10ثُمَّ كَانَ عَاقِبَةَ الَّذِينَ أَسَاءُوا السُّوأَىٰ أَن كَذَّبُوا بِآيَاتِ اللَّهِ وَكَانُوا بِهَا يَسْتَهْزِئُونَ
Sana booda booddeen isaan hamtuu dalaganii, sababa waan isaan keeyyattoota Rabbii sobsiisaniifi isheettis kan qishnaa godhan ta’aniif (adabbii) fokkataa ta’e
11اللَّهُ يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ثُمَّ إِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Rabbiin uuminsa ni jalqabaSana booda isa ni deebisaSana booda gara Isaa deebifamtu
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 9

Suuratu Ar-Rum Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila dachii keessa deemanii booddeen warra isaaniin duraa akkam akka…

Suuratu Aayah 9/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers