Ar-Rum · 8/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
أَوَلَمْ يَتَفَكَّرُوا فِي أَنفُسِهِم ۗ مَّا خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَأَجَلٍ مُّسَمًّى ۗ وَإِنَّ كَثِيرًا مِّنَ النَّاسِ بِلِقَاءِ رَبِّهِمْ لَكَافِرُونَ ۝٨
Awalam yatafakkaroo feee anfusihim; maa khalaqal laahus samaawaati wal arda wa maa bainahumaaa illaa bil haqqi wa ajalim musammaa; wa inna kaseeram minan naasi biliqaaa`i Rabbihim lakaafiroon
📖 Afaan Oromoon
Sila lubbuma isaanii keessatti Rabbiin samiifi dachii, akkasumas wantoota isaan lamaan gidduu jiranu, haqaafi beellama beekamaadhaan malee hin uumne jechuu gadi fageenyaan hin xiinxallee? Dhugumatti, irra hedduun namootaa qunnamtii Gooftaa isaaniitti kafaroodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 6-10 — Ar-Rum

6وَعْدَ اللَّهِ ۖ لَا يُخْلِفُ اللَّهُ وَعْدَهُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
Waadaa Rabbii (Rabbiin beellame)Rabbiin waadaa isaa hin diiguGaruu irra hedduun namootaa hin beekanu
7يَعْلَمُونَ ظَاهِرًا مِّنَ الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَهُمْ عَنِ الْآخِرَةِ هُمْ غَافِلُونَ
Isaan jireenya addunyaa irraa gubbuma beekuIsaan Aakhiraa irraa immoo daguu keessa jiru
8أَوَلَمْ يَتَفَكَّرُوا فِي أَنفُسِهِم ۗ مَّا خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَأَجَلٍ مُّسَمًّى ۗ وَإِنَّ كَثِيرًا مِّنَ النَّاسِ بِلِقَاءِ رَبِّهِمْ لَكَافِرُونَ
Sila lubbuma isaanii keessatti Rabbiin samiifi dachii, akkasumas wantoota isaan lamaan gidduu jiranu, haqaafi beellama beekamaadhaan malee hin uumne jechuu gadi fageenyaan hin xiinxallee? Dhugumatti, irra hedduun namootaa qunnamtii Gooftaa isaaniitti kafaroodha
9أَوَلَمْ يَسِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَيَنظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ كَانُوا أَشَدَّ مِنْهُمْ قُوَّةً وَأَثَارُوا الْأَرْضَ وَعَمَرُوهَا أَكْثَرَ مِمَّا عَمَرُوهَا وَجَاءَتْهُمْ رُسُلُهُم بِالْبَيِّنَاتِ ۖ فَمَا كَانَ اللَّهُ لِيَظْلِمَهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Sila dachii keessa deemanii booddeen warra isaaniin duraa akkam akka ta’e hin ilaallee? Humnaan isaan irra cimoo turanDachiis qotanii waan isaan (warri Makkaa) misoomsan irra hedduu misoomsaniiruErgamtoonni isaaniis ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhufanDhugumatti, Rabbiin kan isaan miidhu hin taaneGaruu isaan lubbuu isaanii kan miidhan ta’an
10ثُمَّ كَانَ عَاقِبَةَ الَّذِينَ أَسَاءُوا السُّوأَىٰ أَن كَذَّبُوا بِآيَاتِ اللَّهِ وَكَانُوا بِهَا يَسْتَهْزِئُونَ
Sana booda booddeen isaan hamtuu dalaganii, sababa waan isaan keeyyattoota Rabbii sobsiisaniifi isheettis kan qishnaa godhan ta’aniif (adabbii) fokkataa ta’e
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 8

Suuratu Ar-Rum Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila lubbuma isaanii keessatti Rabbiin samiifi dachii, akkasumas wantoota isaan…

Suuratu Aayah 8/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers