Yasin · 58/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
سَلَامٌ قَوْلًا مِّن رَّبٍّ رَّحِيمٍ ۝٥٨
Salaamun qawlam mir Rabbir Raheem
📖 Afaan Oromoon
Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama
🎧 Caqasi

📜 Aayah 56-60 — Yasin

56هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu
57لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira
58سَلَامٌ قَوْلًا مِّن رَّبٍّ رَّحِيمٍ
Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama
59وَامْتَازُوا الْيَوْمَ أَيُّهَا الْمُجْرِمُونَ
“Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)
60۞ أَلَمْ أَعْهَدْ إِلَيْكُمْ يَا بَنِي آدَمَ أَن لَّا تَعْبُدُوا الشَّيْطَانَ ۖ إِنَّهُ لَكُمْ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
“Yaa ilmaan Aadam! Sheyxaana hin gabbarinaa; inni isiniif diina ifa ba’aadha” jechuun waadaa gara keessanitti hin dabarsinee
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Yasin 58

Suuratu Yasin Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama

Suuratu Aayah 58/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers