Yasin · 59/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
وَامْتَازُوا الْيَوْمَ أَيُّهَا الْمُجْرِمُونَ ۝٥٩
Wamtaazul Yawma ayyuhal mujrimoon
📖 Afaan Oromoon
“Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 57-61 — Yasin

57لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira
58سَلَامٌ قَوْلًا مِّن رَّبٍّ رَّحِيمٍ
Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama
59وَامْتَازُوا الْيَوْمَ أَيُّهَا الْمُجْرِمُونَ
“Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)
60۞ أَلَمْ أَعْهَدْ إِلَيْكُمْ يَا بَنِي آدَمَ أَن لَّا تَعْبُدُوا الشَّيْطَانَ ۖ إِنَّهُ لَكُمْ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
“Yaa ilmaan Aadam! Sheyxaana hin gabbarinaa; inni isiniif diina ifa ba’aadha” jechuun waadaa gara keessanitti hin dabarsinee
61وَأَنِ اعْبُدُونِي ۚ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ
“Ana gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha” (isiniin hin jennee)
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
59Aayah

Hiikkaa — Yasin 59

Suuratu Yasin Aayah 59 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)

Suuratu Aayah 59/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 57–61. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers