Yasin · 57/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ ۝٥٧
Lahum feehaa faakiha tunw-wa lahum maa yadda`oon
📖 Afaan Oromoon
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Yasin

55إِنَّ أَصْحَابَ الْجَنَّةِ الْيَوْمَ فِي شُغُلٍ فَاكِهُونَ
Dhugumatti, warri jannataa har’a dalagaan qabamanii gammachuun guutamu
56هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu
57لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira
58سَلَامٌ قَوْلًا مِّن رَّبٍّ رَّحِيمٍ
Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama
59وَامْتَازُوا الْيَوْمَ أَيُّهَا الْمُجْرِمُونَ
“Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Yasin 57

Suuratu Yasin Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira

Suuratu Aayah 57/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers