As-Saffat · 133/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَإِنَّ لُوطًا لَّمِنَ الْمُرْسَلِينَ ۝١٣٣
Wa inna Lootal laminal mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 131-135 — Suuratu As-Saffat

131إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
132إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi
133وَإِنَّ لُوطًا لَّمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi
134إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
135إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
133Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 133

Suuratu As-Saffat Aayah 133 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi

Suuratu Aayah 133/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 131–135. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers