As-Saffat · 132/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ ۝١٣٢
Innahoo min `ibaadinal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 130-134 — Suuratu As-Saffat

130سَلَامٌ عَلَىٰ إِلْ يَاسِينَ
Nageenyi Ilyaas irra haa jiraatu
131إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
132إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi
133وَإِنَّ لُوطًا لَّمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi
134إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
132Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 132

Suuratu As-Saffat Aayah 132 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi

Suuratu Aayah 132/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 130–134. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers