As-Saffat · 134/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ ۝١٣٤
Iz najjainaahu wa ahlahooo ajma`een
📖 Afaan Oromoon
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
🎧 Caqasi

📜 Aayah 132-136 — As-Saffat

132إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi
133وَإِنَّ لُوطًا لَّمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi
134إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
135إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee
136ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
134Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 134

Suuratu As-Saffat Aayah 134 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]

Suuratu Aayah 134/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 132–136. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers