As-Saffat · 181/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَسَلَامٌ عَلَى الْمُرْسَلِينَ ۝١٨١
Wa salaamun `alalmursaleen
📖 Afaan Oromoon
Nageenyis ergamtoota irra haa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 179-182 — Suuratu As-Saffat

179وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
180سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ
Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e
181وَسَلَامٌ عَلَى الْمُرْسَلِينَ
Nageenyis ergamtoota irra haa jiraatu
182وَالْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Faaruun hundi kan Allaah, Gooftaa aalama hundaati
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
181Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 181

Suuratu As-Saffat Aayah 181 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nageenyis ergamtoota irra haa jiraatu

Suuratu Aayah 181/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 179–182. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers