As-Saffat · 180/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ ١٨٠
Transliteration
Subhaana Rabbika Rabbil `izzati `amma yasifoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e
🎧 Caqasi
📜 Aayah 178-182 — As-Saffat
178وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali
179وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
180سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ
Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e
181وَسَلَامٌ عَلَى الْمُرْسَلِينَ
Nageenyis ergamtoota irra haa jiraatu
182وَالْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Faaruun hundi kan Allaah, Gooftaa aalama hundaati
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
180Aayah
Hiikkaa — As-Saffat 180
Suuratu As-Saffat Aayah 180 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’eSuuratu Aayah 180/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 178–182. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








