As-Saffat · 73/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ ۝٧٣
Fanzur kaifa kaana `aaqibatul munzareen
📖 Afaan Oromoon
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 71-75 — Suuratu As-Saffat

71وَلَقَدْ ضَلَّ قَبْلَهُمْ أَكْثَرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru
72وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا فِيهِم مُّنذِرِينَ
Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra
73فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali
74إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
75وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 73

Suuratu As-Saffat Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali

Suuratu Aayah 73/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers