As-Saffat · 74/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ ۝٧٤
Illaa `ibaadal laahil mukhlaseen
📖 Afaan Oromoon
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 72-76 — Suuratu As-Saffat

72وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا فِيهِم مُّنذِرِينَ
Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra
73فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali
74إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
75وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle
76وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 74

Suuratu As-Saffat Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee

Suuratu Aayah 74/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers