As-Saffat · 72/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا فِيهِم مُّنذِرِينَ ۝٧٢
Wa laqad arsalnaa feehim munzireen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 70-74 — Suuratu As-Saffat

70فَهُمْ عَلَىٰ آثَارِهِمْ يُهْرَعُونَ
Isaan faana isaanii irra deemu
71وَلَقَدْ ضَلَّ قَبْلَهُمْ أَكْثَرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru
72وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا فِيهِم مُّنذِرِينَ
Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra
73فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali
74إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
72Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 72

Suuratu As-Saffat Aayah 72 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra

Suuratu Aayah 72/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 70–74. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers