Az-Zumar · 13/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zumar
قُلْ إِنِّي أَخَافُ إِنْ عَصَيْتُ رَبِّي عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ ۝١٣
Qul inneee akhaafu in `asaitu Rabbee `azaaba Yawmin `azeem
📖 Afaan Oromoon
“Ani yoon ajaja Gooftaa kiyyaa dide adabbii guyyaa guddaan sodaadha” jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Az-Zumar

11قُلْ إِنِّي أُمِرْتُ أَنْ أَعْبُدَ اللَّهَ مُخْلِصًا لَّهُ الدِّينَ
“Ani amantii Isaaf qulqulleessee, Rabbi gabbaruuttin ajajame” jedhi
12وَأُمِرْتُ لِأَنْ أَكُونَ أَوَّلَ الْمُسْلِمِينَ
“Jalqaba Muslimtootaa ta’uttis nin ajajame.”
13قُلْ إِنِّي أَخَافُ إِنْ عَصَيْتُ رَبِّي عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
“Ani yoon ajaja Gooftaa kiyyaa dide adabbii guyyaa guddaan sodaadha” jedhi
14قُلِ اللَّهَ أَعْبُدُ مُخْلِصًا لَّهُ دِينِي
Jedhi: “Ani Rabbuma qofaan, amantii kiyya Isaaf qulqulleessaa ta’ee gabbara.”
15فَاعْبُدُوا مَا شِئْتُم مِّن دُونِهِ ۗ قُلْ إِنَّ الْخَاسِرِينَ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ وَأَهْلِيهِمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۗ أَلَا ذَٰلِكَ هُوَ الْخُسْرَانُ الْمُبِينُ
Isaan ala waan feetan gabbaraa“Dhugumatti, warri hoonga’an isaan Guyyaa Qiyaamaa ofiifi maatii isaaniis hoonga’aniidhaDhugumatti, kun isumatu hoongoo ifa galaadha.”
Az-ZumarTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Az-Zumar 13

Suuratu Az-Zumar Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ani yoon ajaja Gooftaa kiyyaa dide adabbii guyyaa guddaan sodaadha”…

Suuratu Aayah 13/75 — Az-Zumar الزمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zumar Caqasi, Az-Zumar Hiikkaa, Az-Zumar mp3, Az-Zumar pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers