Az-Zukhruf · 69/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zukhruf
الَّذِينَ آمَنُوا بِآيَاتِنَا وَكَانُوا مُسْلِمِينَ ۝٦٩
Allazeena aamanoo bi Aayaatinaa wa kaanoo muslimeen
📖 Afaan Oromoon
Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an
🎧 Caqasi

📜 Aayah 67-71 — Az-Zukhruf

67الْأَخِلَّاءُ يَوْمَئِذٍ بَعْضُهُمْ لِبَعْضٍ عَدُوٌّ إِلَّا الْمُتَّقِينَ
Jaalalleewwan guyyaa san isaan Rabbiin sodaatan malee, gariin isaanii gariif diina
68يَا عِبَادِ لَا خَوْفٌ عَلَيْكُمُ الْيَوْمَ وَلَا أَنتُمْ تَحْزَنُونَ
Yaa gabroota kiyya! Har’a sodaan isin irra hin jiru; isin hin gadditanus
69الَّذِينَ آمَنُوا بِآيَاتِنَا وَكَانُوا مُسْلِمِينَ
Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an
70ادْخُلُوا الْجَنَّةَ أَنتُمْ وَأَزْوَاجُكُمْ تُحْبَرُونَ
Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama)
71يُطَافُ عَلَيْهِم بِصِحَافٍ مِّن ذَهَبٍ وَأَكْوَابٍ ۖ وَفِيهَا مَا تَشْتَهِيهِ الْأَنفُسُ وَتَلَذُّ الْأَعْيُنُ ۖ وَأَنتُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaan isaan irra naanna’amaIshee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani)
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 69

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an

Suuratu Aayah 69/89 — Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zukhruf Caqasi, Az-Zukhruf Hiikkaa, Az-Zukhruf mp3, Az-Zukhruf pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers