Az-Zukhruf · 70/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
ادْخُلُوا الْجَنَّةَ أَنتُمْ وَأَزْوَاجُكُمْ تُحْبَرُونَ ۝٧٠
Udkhulul Jannata antum wa azwaajukum tuhbaroon
📖 Afaan Oromoon
Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 68-72 — Suuratu Az-Zukhruf

68يَا عِبَادِ لَا خَوْفٌ عَلَيْكُمُ الْيَوْمَ وَلَا أَنتُمْ تَحْزَنُونَ
Yaa gabroota kiyya! Har’a sodaan isin irra hin jiru; isin hin gadditanus
69الَّذِينَ آمَنُوا بِآيَاتِنَا وَكَانُوا مُسْلِمِينَ
Isaan keeyyattoota keenyatti amananii, Muslimoota ta’an
70ادْخُلُوا الْجَنَّةَ أَنتُمْ وَأَزْوَاجُكُمْ تُحْبَرُونَ
Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama)
71يُطَافُ عَلَيْهِم بِصِحَافٍ مِّن ذَهَبٍ وَأَكْوَابٍ ۖ وَفِيهَا مَا تَشْتَهِيهِ الْأَنفُسُ وَتَلَذُّ الْأَعْيُنُ ۖ وَأَنتُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaan isaan irra naanna’amaIshee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani)
72وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
70Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 70

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 70 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama)

Suuratu Aayah 70/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 68–72. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers