Ad-Dukhan · 3/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ ۝٣
Innaaa anzalnaahu fee lailatim mubaarakah; innaa kunnaa munzireen
📖 Afaan Oromoon
Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Ad-Dukhan

1حم
Haa Miim
2وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha)
3إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ
Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra
4فِيهَا يُفْرَقُ كُلُّ أَمْرٍ حَكِيمٍ
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama
5أَمْرًا مِّنْ عِندِنَا ۚ إِنَّا كُنَّا مُرْسِلِينَ
Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 3

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra

Suuratu Aayah 3/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers