Ad-Dukhan · 4/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فِيهَا يُفْرَقُ كُلُّ أَمْرٍ حَكِيمٍ ۝٤
Feehaa yufraqu kullu amrin hakeem
📖 Afaan Oromoon
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Ad-Dukhan

2وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin (kakadha)
3إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ
Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra
4فِيهَا يُفْرَقُ كُلُّ أَمْرٍ حَكِيمٍ
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama
5أَمْرًا مِّنْ عِندِنَا ۚ إِنَّا كُنَّا مُرْسِلِينَ
Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra
6رَحْمَةً مِّن رَّبِّكَ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne)Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 4

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama

Suuratu Aayah 4/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers