Ad-Dukhan · 53/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ ۝٥٣
Yalbasoona min sundusinw wa istbraqim mutaqaabileen
📖 Afaan Oromoon
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 51-55 — Ad-Dukhan

51إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa
52فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa
53يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
54كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
55يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 53

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa…

Suuratu Aayah 53/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers