Ad-Dukhan · 54/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ ۝٥٤
Kazaalika wa zawwajnaahum bihoorin `een
📖 Afaan Oromoon
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 52-56 — Ad-Dukhan

52فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa
53يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
54كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
55يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu
56لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 54

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne

Suuratu Aayah 54/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers