Ad-Dukhan · 52/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝٥٢
Fee jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu Ad-Dukhan

50إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
51إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa
52فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa
53يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
54كَذَٰلِكَ وَزَوَّجْنَاهُم بِحُورٍ عِينٍ
Akkuma kana dubra adaadii ija babala’aa isaan fuusifne
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 52

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa

Suuratu Aayah 52/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers