Adh-Dhariyat · 7/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الْحُبُكِ ۝٧
Wassamaaa`i zaatil hubuk
📖 Afaan Oromoon
Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 5-9 — Adh-Dhariyat

5إِنَّمَا تُوعَدُونَ لَصَادِقٌ
Wanti isin beellamamtan dhugaadha
6وَإِنَّ الدِّينَ لَوَاقِعٌ
(Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha
7وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الْحُبُكِ
Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe
8إِنَّكُمْ لَفِي قَوْلٍ مُّخْتَلِفٍ
Dhugumatti, isin yaada wal dhadhabaa keessa jirtu
9يُؤْفَكُ عَنْهُ مَنْ أُفِكَ
Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 7

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe

Suuratu Aayah 7/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers