Adh-Dhariyat · 6/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَإِنَّ الدِّينَ لَوَاقِعٌ ۝٦
Wa innad deena la waaqi
📖 Afaan Oromoon
(Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Adh-Dhariyat

4فَالْمُقَسِّمَاتِ أَمْرًا
(Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis
5إِنَّمَا تُوعَدُونَ لَصَادِقٌ
Wanti isin beellamamtan dhugaadha
6وَإِنَّ الدِّينَ لَوَاقِعٌ
(Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha
7وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الْحُبُكِ
Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe
8إِنَّكُمْ لَفِي قَوْلٍ مُّخْتَلِفٍ
Dhugumatti, isin yaada wal dhadhabaa keessa jirtu
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 6

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha

Suuratu Aayah 6/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers