Al-Hadid · 1/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hadid
سَبَّحَ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝١
Sabbaha lillaahi maa fissamaawaati wal ardi wa Huwal `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Rabbiin qulqulleesseInni injifataa, Ogeessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Hadid

1سَبَّحَ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Rabbiin qulqulleesseInni injifataa, Ogeessa
2لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Mootummaan samiifi dachii kan IsaatiInni ni jiraachisa; ni ajjeesasInni waan hunda irratti danda’aadha
3هُوَ الْأَوَّلُ وَالْآخِرُ وَالظَّاهِرُ وَالْبَاطِنُ ۖ وَهُوَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Inni duruma jira; kan boodaatis; mul’ataadha; dhokataas (argaa dha); Inni waan hunda beekaadha
Al-HadidTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Hadid 1

Suuratu Al-Hadid Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Rabbiin qulqulleesseInni injifataa, Ogeessa

Suuratu Aayah 1/29 — Suuratu Al-Hadid الحديد (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hadid Caqasi, Suuratu Al-Hadid Hiikkaa, Suuratu Al-Hadid mp3, Suuratu Al-Hadid pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers