Al-Hashr · 24/24
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hashr
هُوَ اللَّهُ الْخَالِقُ الْبَارِئُ الْمُصَوِّرُ ۖ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَىٰ ۚ يُسَبِّحُ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝٢٤
Huwal Laahul Khaaliqul Baari `ul Musawwir; lahul Asmaaa`ul Husnaa; yusabbihu lahoo maa fis samaawaati wal ardi wa Huwal `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa taeedhaIsaaf maqoolee gaggaarii taantu jiraWantoonni samiifi dachii keessaa Isa qulqulleessu (faarsu)Inni Injifataa ogeessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-24 — Al-Hashr

22هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ ۖ هُوَ الرَّحْمَٰنُ الرَّحِيمُ
Inni Allaahn Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre(Inni) Beekaa fagoofi dhihootiInni akkaan rahmataa godhaa akkaan mararfataadha
23هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْمَلِكُ الْقُدُّوسُ السَّلَامُ الْمُؤْمِنُ الْمُهَيْمِنُ الْعَزِيزُ الْجَبَّارُ الْمُتَكَبِّرُ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii, hirina irraa qulqulluu, abbaa nagayaa, nageenya arjoomaa, Qeexaa, injifataa, guddaa (ol taaa), boonaadhaWaan isaan qindeessan hunda irraa Rabbiin qulqullaae
24هُوَ اللَّهُ الْخَالِقُ الْبَارِئُ الْمُصَوِّرُ ۖ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَىٰ ۚ يُسَبِّحُ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa taeedhaIsaaf maqoolee gaggaarii taantu jiraWantoonni samiifi dachii keessaa Isa qulqulleessu (faarsu)Inni Injifataa ogeessa
Al-HashrTarreeffama Qur'ana
24Aayah
MedinanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Hashr 24

Suuratu Al-Hashr Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa…

Suuratu Aayah 24/24 — Al-Hashr الحشر (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hashr Caqasi, Al-Hashr Hiikkaa, Al-Hashr mp3, Al-Hashr pdf. Aayah 22–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers