Al-Hashr · 23/24
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hashr
هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْمَلِكُ الْقُدُّوسُ السَّلَامُ الْمُؤْمِنُ الْمُهَيْمِنُ الْعَزِيزُ الْجَبَّارُ الْمُتَكَبِّرُ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ ۝٢٣
Huwal-laahul-lazee laaa Ilaaha illaa Huwal-Malikul Quddoosus-Salaamul Muminul Muhaiminul-`aAzeezul Jabbaarul-Mutakabbir; Subhaanal laahi `Ammaa yushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii, hirina irraa qulqulluu, abbaa nagayaa, nageenya arjoomaa, Qeexaa, injifataa, guddaa (ol taaa), boonaadhaWaan isaan qindeessan hunda irraa Rabbiin qulqullaae

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-24 — Suuratu Al-Hashr

21لَوْ أَنزَلْنَا هَٰذَا الْقُرْآنَ عَلَىٰ جَبَلٍ لَّرَأَيْتَهُ خَاشِعًا مُّتَصَدِّعًا مِّنْ خَشْيَةِ اللَّهِ ۚ وَتِلْكَ الْأَمْثَالُ نَضْرِبُهَا لِلنَّاسِ لَعَلَّهُمْ يَتَفَكَّرُونَ
Odoo Quraana kana gaara irratti buufnee, silaa sodaa Rabbii irraa kaee kan inni xinnaatee dhodhooyu argita tureFakkeenyota kana akka isaan xiinxalaniif jecha namootaaf taasifna
22هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ ۖ هُوَ الرَّحْمَٰنُ الرَّحِيمُ
Inni Allaahn Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre(Inni) Beekaa fagoofi dhihootiInni akkaan rahmataa godhaa akkaan mararfataadha
23هُوَ اللَّهُ الَّذِي لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْمَلِكُ الْقُدُّوسُ السَّلَامُ الْمُؤْمِنُ الْمُهَيْمِنُ الْعَزِيزُ الْجَبَّارُ الْمُتَكَبِّرُ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii, hirina irraa qulqulluu, abbaa nagayaa, nageenya arjoomaa, Qeexaa, injifataa, guddaa (ol taaa), boonaadhaWaan isaan qindeessan hunda irraa Rabbiin qulqullaae
24هُوَ اللَّهُ الْخَالِقُ الْبَارِئُ الْمُصَوِّرُ ۖ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَىٰ ۚ يُسَبِّحُ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa taeedhaIsaaf maqoolee gaggaarii taantu jiraWantoonni samiifi dachii keessaa Isa qulqulleessu (faarsu)Inni Injifataa ogeessa
Al-HashrTarreeffama Qur'ana
24Aayah
MedinanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Hashr 23

Suuratu Al-Hashr Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii,…

Suuratu Aayah 23/24 — Suuratu Al-Hashr الحشر (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hashr Caqasi, Suuratu Al-Hashr Hiikkaa, Suuratu Al-Hashr mp3, Suuratu Al-Hashr pdf. Aayah 21–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers