Al-An'am · 31/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قَدْ خَسِرَ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِلِقَاءِ اللَّهِ ۖ حَتَّىٰ إِذَا جَاءَتْهُمُ السَّاعَةُ بَغْتَةً قَالُوا يَا حَسْرَتَنَا عَلَىٰ مَا فَرَّطْنَا فِيهَا وَهُمْ يَحْمِلُونَ أَوْزَارَهُمْ عَلَىٰ ظُهُورِهِمْ ۚ أَلَا سَاءَ مَا يَزِرُونَ ۝٣١
Qad khasiral lazeena kazzaboo biliqaaa`il laahi hattaaa izaa jaaa`at humus Saa`atu baghtan qaaloo yaa hasratanaa `alaa maa farratnaa feehaa wa hum yahmiloona awzaarahum `alaa zuhoorihim; alaa saaa`a ma yaziroon
📖 Afaan Oromoon
Isaan wal qunnamtii Rabbii kijibsiisan dhugumatti hoonga’aniiruYeroo Qiyaamattiin tasa isaanitti dhufte badii isaanii dugda isaanii irratti baataa "Waan ishee (addunyaa) keessatti hanqifneef yaa gaabbii keenya!" jedhanDhagayaa! Ba’aan isaanii waa fokkate
🎧 Caqasi

📜 Aayah 29-33 — Al-An'am

29وَقَالُوا إِنْ هِيَ إِلَّا حَيَاتُنَا الدُّنْيَا وَمَا نَحْنُ بِمَبْعُوثِينَ
Isheen jireenya addunyaati malee kan biraa miti, nutis (du’a booda) hin kaafamnu" jedhan
30وَلَوْ تَرَىٰ إِذْ وُقِفُوا عَلَىٰ رَبِّهِمْ ۚ قَالَ أَلَيْسَ هَٰذَا بِالْحَقِّ ۚ قَالُوا بَلَىٰ وَرَبِّنَا ۚ قَالَ فَذُوقُوا الْعَذَابَ بِمَا كُنتُمْ تَكْفُرُونَ
Yeroo isaan Gooftaa isaanii fuulduratti dhaabaman odoo argitee (waan rifachiisaa argita ture)"Sila inni kun dhugaa mitii?" jedhe"Eeyyeen; Gooftaa keenyaan kakannee! dhugaa dha" jedhan"Waan kafaraa turtaniif (amma) adabicha dhandhamaa!" jedhe
31قَدْ خَسِرَ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِلِقَاءِ اللَّهِ ۖ حَتَّىٰ إِذَا جَاءَتْهُمُ السَّاعَةُ بَغْتَةً قَالُوا يَا حَسْرَتَنَا عَلَىٰ مَا فَرَّطْنَا فِيهَا وَهُمْ يَحْمِلُونَ أَوْزَارَهُمْ عَلَىٰ ظُهُورِهِمْ ۚ أَلَا سَاءَ مَا يَزِرُونَ
Isaan wal qunnamtii Rabbii kijibsiisan dhugumatti hoonga’aniiruYeroo Qiyaamattiin tasa isaanitti dhufte badii isaanii dugda isaanii irratti baataa "Waan ishee (addunyaa) keessatti hanqifneef yaa gaabbii keenya!" jedhanDhagayaa! Ba’aan isaanii waa fokkate
32وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا لَعِبٌ وَلَهْوٌ ۖ وَلَلدَّارُ الْآخِرَةُ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يَتَّقُونَ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Jireenyi addunyaa taphaafi qoosaa malee waan biraa mitiDhugumatti warra (Rabbiin) sodaataniif ganda Aakhiraatu caalaSila isin hin xiinxaltanuu
33قَدْ نَعْلَمُ إِنَّهُ لَيَحْزُنُكَ الَّذِي يَقُولُونَ ۖ فَإِنَّهُمْ لَا يُكَذِّبُونَكَ وَلَٰكِنَّ الظَّالِمِينَ بِآيَاتِ اللَّهِ يَجْحَدُونَ
Dhugumatti wanti isaan jedhan si gaddisiisuu ni beeknaIsaan (onnee isaatiin) si hin kijibsiisanuGaruu miidhaa raawwattoonni keeyyattoota Rabbii kijibsiisu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 31

Suuratu Al-An'am Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan wal qunnamtii Rabbii kijibsiisan dhugumatti hoonga’aniiruYeroo Qiyaamattiin tasa isaanitti…

Suuratu Aayah 31/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers