Al-Munafiqun · 6/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Munafiqun
سَوَاءٌ عَلَيْهِمْ أَسْتَغْفَرْتَ لَهُمْ أَمْ لَمْ تَسْتَغْفِرْ لَهُمْ لَن يَغْفِرَ اللَّهُ لَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ ۝٦
Sawaaa`un `alaihim as taghfarta lahum am lam tastaghfir lahum lany yaghfiral laahu lahum; innal laaha laa yahdil qawmal faasiqeen
📖 Afaan Oromoon
Araarama isaanii barbaaddus isaanii barbaaduu dhiiftus isaan irratti wal qixa; Rabbiin isaaniif hin araaramuRabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Munafiqun

4۞ وَإِذَا رَأَيْتَهُمْ تُعْجِبُكَ أَجْسَامُهُمْ ۖ وَإِن يَقُولُوا تَسْمَعْ لِقَوْلِهِمْ ۖ كَأَنَّهُمْ خُشُبٌ مُّسَنَّدَةٌ ۖ يَحْسَبُونَ كُلَّ صَيْحَةٍ عَلَيْهِمْ ۚ هُمُ الْعَدُوُّ فَاحْذَرْهُمْ ۚ قَاتَلَهُمُ اللَّهُ ۖ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Yeroo isaan argites qaamoleen isaanii si dinqisiiftiYoo isaan haasaanis dubbii isaanii ni dhageeffataIsaan akka mukkeen hirkifameetiIyya hundaa isaan irratti (iyyame) jechuu yaaduIsaanumatu diinota; kanaafuu isaan eeggadhuRabbiin isaan haa abaaruu akkamitti (amantii irraa) deebiu
5وَإِذَا قِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا يَسْتَغْفِرْ لَكُمْ رَسُولُ اللَّهِ لَوَّوْا رُءُوسَهُمْ وَرَأَيْتَهُمْ يَصُدُّونَ وَهُم مُّسْتَكْبِرُونَ
Yeroo "kottaa Ergamaan Rabbii araarama isiniif haa barbaadu" isaaniin jedhame mataa isaanii naannessuKan isaan boonaa gara galanus ni argita
6سَوَاءٌ عَلَيْهِمْ أَسْتَغْفَرْتَ لَهُمْ أَمْ لَمْ تَسْتَغْفِرْ لَهُمْ لَن يَغْفِرَ اللَّهُ لَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ
Araarama isaanii barbaaddus isaanii barbaaduu dhiiftus isaan irratti wal qixa; Rabbiin isaaniif hin araaramuRabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu
7هُمُ الَّذِينَ يَقُولُونَ لَا تُنفِقُوا عَلَىٰ مَنْ عِندَ رَسُولِ اللَّهِ حَتَّىٰ يَنفَضُّوا ۗ وَلِلَّهِ خَزَائِنُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلَٰكِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَا يَفْقَهُونَ
Isaan warra "namoota Ergamaa Rabbii bira jiranu hanga isaan faffacaanutti isaan irratti hin arjoominaa" jedhanuudhaKuusaaleen samiifi dachii kan Rabbiiti; garuu munaafiqoonni hin hubatanu
8يَقُولُونَ لَئِن رَّجَعْنَا إِلَى الْمَدِينَةِ لَيُخْرِجَنَّ الْأَعَزُّ مِنْهَا الْأَذَلَّ ۚ وَلِلَّهِ الْعِزَّةُ وَلِرَسُولِهِ وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَلَٰكِنَّ الْمُنَافِقِينَ لَا يَعْلَمُونَ
Yoo gara Madiinaa deebineef, dhugumatti, (nuti) injifattoonni ishee irraa salphattoota baasuuf jirra" jedhuInjifannoon kan Rabbii, kan Ergamaa Isaatiifi kan mu’uminootaati; garuu munaafiqoonni hin beekanu
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Munafiqun 6

Suuratu Al-Munafiqun Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Araarama isaanii barbaaddus isaanii barbaaduu dhiiftus isaan irratti wal qixa;…

Suuratu Aayah 6/11 — Suuratu Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Munafiqun Caqasi, Suuratu Al-Munafiqun Hiikkaa, Suuratu Al-Munafiqun mp3, Suuratu Al-Munafiqun pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers