Al-Qalam · 49/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qalam
لَّوْلَا أَن تَدَارَكَهُ نِعْمَةٌ مِّن رَّبِّهِ لَنُبِذَ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ مَذْمُومٌ ۝٤٩
Law laaa an tadaara kahoo ni`matum mir rabbihee lanubiza bil`araaa`i wa huwa mazmoom
📖 Afaan Oromoon
Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa taeeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — Al-Qalam

47أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo
48فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تَكُن كَصَاحِبِ الْحُوتِ إِذْ نَادَىٰ وَهُوَ مَكْظُومٌ
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin tain
49لَّوْلَا أَن تَدَارَكَهُ نِعْمَةٌ مِّن رَّبِّهِ لَنُبِذَ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ مَذْمُومٌ
Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa taeeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture
50فَاجْتَبَاهُ رَبُّهُ فَجَعَلَهُ مِنَ الصَّالِحِينَ
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe
51وَإِن يَكَادُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَيُزْلِقُونَكَ بِأَبْصَارِهِمْ لَمَّا سَمِعُوا الذِّكْرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُ لَمَجْنُونٌ
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 49

Suuratu Al-Qalam Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa…

Suuratu Aayah 49/52 — Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qalam Caqasi, Al-Qalam Hiikkaa, Al-Qalam mp3, Al-Qalam pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers