Al-Qalam · 50/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qalam
فَاجْتَبَاهُ رَبُّهُ فَجَعَلَهُ مِنَ الصَّالِحِينَ ۝٥٠
Fajtabaahu rabbuhoo faja`alahoo minas saaliheen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe
🎧 Caqasi

📜 Aayah 48-52 — Al-Qalam

48فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تَكُن كَصَاحِبِ الْحُوتِ إِذْ نَادَىٰ وَهُوَ مَكْظُومٌ
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin tain
49لَّوْلَا أَن تَدَارَكَهُ نِعْمَةٌ مِّن رَّبِّهِ لَنُبِذَ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ مَذْمُومٌ
Odoo niimaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa taeeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture
50فَاجْتَبَاهُ رَبُّهُ فَجَعَلَهُ مِنَ الصَّالِحِينَ
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe
51وَإِن يَكَادُ الَّذِينَ كَفَرُوا لَيُزْلِقُونَكَ بِأَبْصَارِهِمْ لَمَّا سَمِعُوا الذِّكْرَ وَيَقُولُونَ إِنَّهُ لَمَجْنُونٌ
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhagaan ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu
52وَمَا هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 50

Suuratu Al-Qalam Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe

Suuratu Aayah 50/52 — Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qalam Caqasi, Al-Qalam Hiikkaa, Al-Qalam mp3, Al-Qalam pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers