Nuh · 15/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
أَلَمْ تَرَوْا كَيْفَ خَلَقَ اللَّهُ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا ۝١٥
Alam taraw kaifa khalaqal laahu sab`a samaawaatin tibaaqaa
📖 Afaan Oromoon
Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin arginee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Nuh

13مَّا لَكُمْ لَا تَرْجُونَ لِلَّهِ وَقَارًا
Maaltu isiniif jiraayi guddina Rabbii hin sodaanne
14وَقَدْ خَلَقَكُمْ أَطْوَارًا
Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera
15أَلَمْ تَرَوْا كَيْفَ خَلَقَ اللَّهُ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا
Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin arginee
16وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise
17وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Nuh 15

Suuratu Nuh Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin…

Suuratu Aayah 15/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers