Nuh · 16/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا ۝١٦
Wa ja`alal qamara feehinna nooranw wa ja`alash shamsa siraajaa
📖 Afaan Oromoon
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Nuh

14وَقَدْ خَلَقَكُمْ أَطْوَارًا
Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera
15أَلَمْ تَرَوْا كَيْفَ خَلَقَ اللَّهُ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا
Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin arginee
16وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise
17وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche
18ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Nuh 16

Suuratu Nuh Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja)…

Suuratu Aayah 16/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers