Nuh · 14/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَقَدْ خَلَقَكُمْ أَطْوَارًا ۝١٤
Wa qad khalaqakum at waaraa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Nuh

12وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا
Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa
13مَّا لَكُمْ لَا تَرْجُونَ لِلَّهِ وَقَارًا
Maaltu isiniif jiraayi guddina Rabbii hin sodaanne
14وَقَدْ خَلَقَكُمْ أَطْوَارًا
Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera
15أَلَمْ تَرَوْا كَيْفَ خَلَقَ اللَّهُ سَبْعَ سَمَاوَاتٍ طِبَاقًا
Sila akka Rabbiin samii torban wal jalaa gubbaatti uume hin arginee
16وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Nuh 14

Suuratu Nuh Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera

Suuratu Aayah 14/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers