Al-Mursalat · 41/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ ۝٤١
Innal muttaqeena fee zilaalinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Al-Mursalat

39فَإِن كَانَ لَكُمْ كَيْدٌ فَكِيدُونِ
Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa
40وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
41إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu
42وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)
43كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 41

Suuratu Al-Mursalat Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu

Suuratu Aayah 41/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers