Al-Mursalat · 42/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ ۝٤٢
Wa fawaakiha mimmaa yastahoon
📖 Afaan Oromoon
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu Al-Mursalat

40وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
41إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu
42وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)
43كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)
44إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 42

Suuratu Al-Mursalat Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)

Suuratu Aayah 42/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers