Al-Mursalat · 40/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ ۝٤٠
Wailuny yawma`izil lilmukazzibeen
📖 Afaan Oromoon
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu Al-Mursalat

38هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ ۖ جَمَعْنَاكُمْ وَالْأَوَّلِينَ
Kun guyyaa adda fooamiinsaati; Isiniifi warra duraas walitti qabne
39فَإِن كَانَ لَكُمْ كَيْدٌ فَكِيدُونِ
Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa
40وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
41إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu
42وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 40

Suuratu Al-Mursalat Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae

Suuratu Aayah 40/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers