An-Nazi'at · 20/46
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nazi'at
فَأَرَاهُ الْآيَةَ الْكُبْرَىٰ ۝٢٠
Fa araahul-aayatal kubra
📖 Afaan Oromoon
[Muusan] mallattoo guddaa isa (Firawniin) agarsiise
🎧 Caqasi

📜 Aayah 18-22 — An-Nazi'at

18فَقُلْ هَل لَّكَ إِلَىٰ أَن تَزَكَّىٰ
Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa
19وَأَهْدِيَكَ إِلَىٰ رَبِّكَ فَتَخْشَىٰ
Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)
20فَأَرَاهُ الْآيَةَ الْكُبْرَىٰ
[Muusan] mallattoo guddaa isa (Firawniin) agarsiise
21فَكَذَّبَ وَعَصَىٰ
Inni (Fir’awn) sobsiisee faallesse
22ثُمَّ أَدْبَرَ يَسْعَىٰ
Ergasii ariifataa gara gale
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 20

Suuratu An-Nazi'at Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Muusan] mallattoo guddaa isa (Firawniin) agarsiise

Suuratu Aayah 20/46 — An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nazi'at Caqasi, An-Nazi'at Hiikkaa, An-Nazi'at mp3, An-Nazi'at pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers