An-Nazi'at · 30/46
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nazi'at
وَالْأَرْضَ بَعْدَ ذَٰلِكَ دَحَاهَا ۝٣٠
Wal arda b`ada zaalika dahaaha
📖 Afaan Oromoon
Dachii sana booda sirreesse
🎧 Caqasi

📜 Aayah 28-32 — An-Nazi'at

28رَفَعَ سَمْكَهَا فَسَوَّاهَا
Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse
29وَأَغْطَشَ لَيْلَهَا وَأَخْرَجَ ضُحَاهَا
Halkan ishee dukkaneessee guyyaa ishee ibse
30وَالْأَرْضَ بَعْدَ ذَٰلِكَ دَحَاهَا
Dachii sana booda sirreesse
31أَخْرَجَ مِنْهَا مَاءَهَا وَمَرْعَاهَا
Ishee irraa bishaan isheetiifi biqiltuu ishee ni baase
32وَالْجِبَالَ أَرْسَاهَا
Gaarreenis dachii irra ni dhaabe
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 30

Suuratu An-Nazi'at Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachii sana booda sirreesse

Suuratu Aayah 30/46 — An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nazi'at Caqasi, An-Nazi'at Hiikkaa, An-Nazi'at mp3, An-Nazi'at pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers