Al-Anfal · 62/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
وَإِن يُرِيدُوا أَن يَخْدَعُوكَ فَإِنَّ حَسْبَكَ اللَّهُ ۚ هُوَ الَّذِي أَيَّدَكَ بِنَصْرِهِ وَبِالْمُؤْمِنِينَ ۝٦٢
Wa iny yureedooo any-yakhda`ooka fainna hasbakal laah; Huwal lazeee aiyadaka binasrihee wa bilmu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Yoo isaan si ganuu fedhanis, dhugumatti ga’aan kee RabbumaInni Isa tumsa Isaatiifi mu’uminootaan si jabeesseedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 60-64 — Suuratu Al-Anfal

60وَأَعِدُّوا لَهُم مَّا اسْتَطَعْتُم مِّن قُوَّةٍ وَمِن رِّبَاطِ الْخَيْلِ تُرْهِبُونَ بِهِ عَدُوَّ اللَّهِ وَعَدُوَّكُمْ وَآخَرِينَ مِن دُونِهِمْ لَا تَعْلَمُونَهُمُ اللَّهُ يَعْلَمُهُمْ ۚ وَمَا تُنفِقُوا مِن شَيْءٍ فِي سَبِيلِ اللَّهِ يُوَفَّ إِلَيْكُمْ وَأَنتُمْ لَا تُظْلَمُونَ
Humnaafi faradoo hidhaman irraas ta’ee waan dandeessaniin, kan ittiin diina Rabbii, diina keessaniifi ummattoota biraa kan isaan hin tahin, kan Rabbiin isaan beeku, isin isaan hin beekne ittiin akka sodaachiftaniif isaaniif qopheessaaWanti karaa Rabbii keessatti (isin) arjoomtan kamillee (mindaan isaa) isiniif kennamaIsin hin miidhamtanu
61۞ وَإِن جَنَحُوا لِلسَّلْمِ فَاجْنَحْ لَهَا وَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Yoo gara araaraatti daban, atis gara isheetti dabi; Rabbi irratti irkadhuDhugumatti, Inni dhaga’aa, argaadha
62وَإِن يُرِيدُوا أَن يَخْدَعُوكَ فَإِنَّ حَسْبَكَ اللَّهُ ۚ هُوَ الَّذِي أَيَّدَكَ بِنَصْرِهِ وَبِالْمُؤْمِنِينَ
Yoo isaan si ganuu fedhanis, dhugumatti ga’aan kee RabbumaInni Isa tumsa Isaatiifi mu’uminootaan si jabeesseedha
63وَأَلَّفَ بَيْنَ قُلُوبِهِمْ ۚ لَوْ أَنفَقْتَ مَا فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا مَّا أَلَّفْتَ بَيْنَ قُلُوبِهِمْ وَلَٰكِنَّ اللَّهَ أَلَّفَ بَيْنَهُمْ ۚ إِنَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٌ
Gidduu onnee isaaniis kan wal taasiseedhaGaruu Rabbitu wal taasise malee odoo (wal taasisuuf) waan dachii keessaa hunda arjoomteeyyuu, gidduu onnee isaanii wal taasisuu hin dandeessuDhugumatti Inni injifataa, ogeessa
64يَا أَيُّهَا النَّبِيُّ حَسْبُكَ اللَّهُ وَمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Yaa nabiyyii (kiyya)! Siifi mu’uminoota irraa namoota si hordofaniifis Rabbiin gahaadha
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
62Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 62

Suuratu Al-Anfal Aayah 62 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo isaan si ganuu fedhanis, dhugumatti ga’aan kee RabbumaInni Isa…

Suuratu Aayah 62/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 60–64. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers