Al-Anfal · 69/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
فَكُلُوا مِمَّا غَنِمْتُمْ حَلَالًا طَيِّبًا ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ إِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝٦٩
Fakuloo mimaa ghanimtum halaalan taiyibaa; watta qullaah; innal laaha Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Haala hayyamamaafi gaarii ta’een waan boojitan irraa nyaadhaaRabbiinis sodaadhaaDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 67-71 — Suuratu Al-Anfal

67مَا كَانَ لِنَبِيٍّ أَن يَكُونَ لَهُ أَسْرَىٰ حَتَّىٰ يُثْخِنَ فِي الْأَرْضِ ۚ تُرِيدُونَ عَرَضَ الدُّنْيَا وَاللَّهُ يُرِيدُ الْآخِرَةَ ۗ وَاللَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٌ
Nabiyyii kamiifuu hanga lafa irratti injifatutti (ajjeechaa isaanii bakkaan gahutti), booji’amtoonni isaaf ta’uun isaaf hin maluIsin meeshaa (faa’idaa) addunyaa feetu; Rabbiin immoo Aakhiraa (isiniif) fedhaRabbiin injifataa, ogeessa
68لَّوْلَا كِتَابٌ مِّنَ اللَّهِ سَبَقَ لَمَسَّكُمْ فِيمَا أَخَذْتُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Odoo murtiin Rabbi irraa dabre ta’uu baatee, silaa waan isin fudhattaniif adabbiin guddaan isin mudata ture
69فَكُلُوا مِمَّا غَنِمْتُمْ حَلَالًا طَيِّبًا ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ إِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Haala hayyamamaafi gaarii ta’een waan boojitan irraa nyaadhaaRabbiinis sodaadhaaDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
70يَا أَيُّهَا النَّبِيُّ قُل لِّمَن فِي أَيْدِيكُم مِّنَ الْأَسْرَىٰ إِن يَعْلَمِ اللَّهُ فِي قُلُوبِكُمْ خَيْرًا يُؤْتِكُمْ خَيْرًا مِّمَّا أُخِذَ مِنكُمْ وَيَغْفِرْ لَكُمْ ۗ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Yaa nabiyyii (kiyya)! Booji’amtoota irraa namoota harka kee keessa jiraniin jedhi: “Odoo Rabbiin onnee keessan keessatti toltuu wahii beekee, silaa waan isin irraa fudhatame waan caalu isiniif kenna ture; isiniifis ni araarama tureRabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
71وَإِن يُرِيدُوا خِيَانَتَكَ فَقَدْ خَانُوا اللَّهَ مِن قَبْلُ فَأَمْكَنَ مِنْهُمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Yoo isaan si ganuu fedhan, dhugumatti kana duras Rabbiin gananii jiru; isaan irraas (ajjeesuufi booji’uun) mijjeeffatee jiraRabbiin beekaa, ogeessa
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 69

Suuratu Al-Anfal Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haala hayyamamaafi gaarii ta’een waan boojitan irraa nyaadhaaRabbiinis sodaadhaaDhugumatti, Rabbiin…

Suuratu Aayah 69/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers