At-Takwir · 10/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ ۝١٠
Wa izas suhufu nushirat
📖 Afaan Oromoon
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu At-Takwir

8وَإِذَا الْمَوْءُودَةُ سُئِلَتْ
Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte
9بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
10وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
11وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ
Yeroo samiin buqqifamtee maramte
12وَإِذَا الْجَحِيمُ سُعِّرَتْ
Yeroo ibiddi qabsiifamte
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 10

Suuratu At-Takwir Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo galmeen (hojii) raabsamte

Suuratu Aayah 10/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers