At-Takwir · 11/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ ۝١١
Wa izas samaaa`u kushitat
📖 Afaan Oromoon
Yeroo samiin buqqifamtee maramte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu At-Takwir

9بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
10وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
11وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ
Yeroo samiin buqqifamtee maramte
12وَإِذَا الْجَحِيمُ سُعِّرَتْ
Yeroo ibiddi qabsiifamte
13وَإِذَا الْجَنَّةُ أُزْلِفَتْ
Yeroo jannanni dhiheeffamte
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 11

Suuratu At-Takwir Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo samiin buqqifamtee maramte

Suuratu Aayah 11/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers