At-Takwir · 9/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ ۝٩
Bi ayyi zambin qutilat
📖 Afaan Oromoon
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — At-Takwir

7وَإِذَا النُّفُوسُ زُوِّجَتْ
Yeroo lubbuun hundi qindeeffamte
8وَإِذَا الْمَوْءُودَةُ سُئِلَتْ
Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte
9بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
10وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
11وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ
Yeroo samiin buqqifamtee maramte
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 9

Suuratu At-Takwir Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Balleessa kamiif akka ajjeefamte

Suuratu Aayah 9/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers