Al-Inshiqaq · 18/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَالْقَمَرِ إِذَا اتَّسَقَ ۝١٨
Walqamari izat tasaq
📖 Afaan Oromoon
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Inshiqaq

16فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
17وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
18وَالْقَمَرِ إِذَا اتَّسَقَ
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)
19لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
20فَمَا لَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Maaltu isaaniif jiraayi hin amanne
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 18

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)

Suuratu Aayah 18/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers