Al-Inshiqaq · 19/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ ۝١٩
Latarkabunna tabaqan `an tabaq
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Inshiqaq

17وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
18وَالْقَمَرِ إِذَا اتَّسَقَ
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)
19لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
20فَمَا لَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Maaltu isaaniif jiraayi hin amanne
21وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ الْقُرْآنُ لَا يَسْجُدُونَ ۩
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 19

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu

Suuratu Aayah 19/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers