Al-Inshiqaq · 17/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Inshiqaq
وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ ۝١٧
Wallaili wa maa wasaq
📖 Afaan Oromoon
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Al-Inshiqaq

15بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
16فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
17وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
18وَالْقَمَرِ إِذَا اتَّسَقَ
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)
19لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 17

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)

Suuratu Aayah 17/25 — Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Inshiqaq Caqasi, Al-Inshiqaq Hiikkaa, Al-Inshiqaq mp3, Al-Inshiqaq pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers