Al-Inshiqaq · 2/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ ۝٢
Wa azinat li Rabbihaa wa huqqat
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-Inshiqaq

1إِذَا السَّمَاءُ انشَقَّتْ
Yeroo samiin dhodhoote
2وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
3وَإِذَا الْأَرْضُ مُدَّتْ
Yeroo dachiinis diriirfamte
4وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 2

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan…

Suuratu Aayah 2/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers