Al-Inshiqaq · 3/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَإِذَا الْأَرْضُ مُدَّتْ ۝٣
Wa izal ardu muddat
📖 Afaan Oromoon
Yeroo dachiinis diriirfamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Inshiqaq

1إِذَا السَّمَاءُ انشَقَّتْ
Yeroo samiin dhodhoote
2وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
3وَإِذَا الْأَرْضُ مُدَّتْ
Yeroo dachiinis diriirfamte
4وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
5وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 3

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo dachiinis diriirfamte

Suuratu Aayah 3/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers