Al-Ghashiyah · 15/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
وَنَمَارِقُ مَصْفُوفَةٌ ۝١٥
Wa namaariqu masfoofah
📖 Afaan Oromoon
Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Ghashiyah

13فِيهَا سُرُرٌ مَّرْفُوعَةٌ
Ishee keessa sireewwan ol fuudhamtuutu jirti
14وَأَكْوَابٌ مَّوْضُوعَةٌ
Kubbaayyaawwan kaa’amtuutu jirti
15وَنَمَارِقُ مَصْفُوفَةٌ
Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira)
16وَزَرَابِيُّ مَبْثُوثَةٌ
Afaawwan diriirfamanis (isaaniif jirti)
17أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى الْإِبِلِ كَيْفَ خُلِقَتْ
Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 15

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira)

Suuratu Aayah 15/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers