Al-Ghashiyah · 14/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
وَأَكْوَابٌ مَّوْضُوعَةٌ ۝١٤
Wa akwaabum mawdoo `ah
📖 Afaan Oromoon
Kubbaayyaawwan kaa’amtuutu jirti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Ghashiyah

12فِيهَا عَيْنٌ جَارِيَةٌ
Ishee keessa burqituu yaatutu jirti
13فِيهَا سُرُرٌ مَّرْفُوعَةٌ
Ishee keessa sireewwan ol fuudhamtuutu jirti
14وَأَكْوَابٌ مَّوْضُوعَةٌ
Kubbaayyaawwan kaa’amtuutu jirti
15وَنَمَارِقُ مَصْفُوفَةٌ
Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira)
16وَزَرَابِيُّ مَبْثُوثَةٌ
Afaawwan diriirfamanis (isaaniif jirti)
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 14

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kubbaayyaawwan kaa’amtuutu jirti

Suuratu Aayah 14/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers